Yaalii maxxansa duraa

Hortee Oromoo
Oromoon ilmaan lama(2)dhale.
1- Booranaafi
2-Bareentuu
Booranni Ilmaan 12 dhale
Isaanis
1-Wallagga
2-Callabba
3-Goree
4-Goofaa
5-Sidaamoo
6-Arii
7-Dacee
8-Garrii
9-Guraa
10-Giriirraa
11-Naayroobii fi
12-Gujii
Bareentuun Ilmaan 5
dhale

  1. xummuungaa
    2-murawwaa
    3-karrayyuu
    4-Hunbanna
    5-Qal’oo
    Xummuungaan Ilmaan 3 dhale
    1-Arsii
    2-Asoosaa
    3-Hawaasaa
    Murawwaan 1 dhale
    Innis:- Ituudha jedhama
    Ituun 10 dhale isaanis:-waa
    2-Gaamo
    3-Baayee
    4-Galaan
    5-Addaayyo
    6-Baabbo
    7-Waaree
    8-Algaa
    9-Gaaddullaa
    10-Elellee
    Karrayyuun Barentuu
    Ilmaan 12 dhale
    1-Dullachaa
    2-Abbichuu
    3-Gonbichuu
    4-sayyuu
    5-Oboo
    6-Oborii
    7-Jiillee
    8-Bullaalla
    9-Mucee
    10-Galaan
    11-Salaalee
    12-Wallo
    Hunbannaan Ilma 1 dhale
    Innis:-
    Anniyya jedhama
    Anniyya 7dhale
    1-Malkaa
    2-Baabboo
    3-Dinbii
    4-Baaduu (biduuu)
    5-muci
    6-Naannaa’a
    7-kudheedhee
    Qallo 4 dhale
    1-Ala
    2-Daga
    3-Oborraa
    4-Baabbile
    Ala 12 dhale
    1-Abbayi
    2-Nuunnu
    3-kaaku
    4-Buubbu
    5-Diiramu
    6-Abbaadho
    7-Goollo
    8-Eeri
    9-Utayyu
    10-Galaan
    11-Meettaa
    12-Arroojji
    Daga 3 dhale
    1-Noolee
    2-Jaarsoo
    3-Huume
    Oborraan 3 dhale
    1-Akkichu
    2-bil’I
    3-Dooranii
    Baabbile 3 dhale
    1-Gantuub
    2-Hawiyyaa
    3-Hawaasilee
    Arsiin 2 dhale
    1-sikkoo
    2-mandoo
    sikko 5 dhale
    1-Bullaalla
    2-Wucaale
    3-wooji
    4-Jaawwi
    5-Ilaannii
    Mando 7dhale
    1-Raayituu (Raa’idoo)
    2-Hawaxxuu
    3-Karaara
    4-karrayyuu
    5-Meettaa
    6-Arroojii
    7-Garjeeda
    Akkichuu Oborraa ilma 2
    dhale
    1-dhaayi
    2-biliidaa
    Dhaayi 3 dhale
    1-Dukkoo
    2-Kooyee
    3-Allaatayya
    Billiidaan 3 dhale
    1-Godaanaa
    2-busaa
    3-Allaa
    Gujiin Boorana 3 dhale
    1-Hookkuu
    2-Uraagaa
    3-Matii (maatii)
    Hookkuun 7dhale
    1-Galalcha
    2-Oborraa
    3-Michille
    4-Heeraa
    5-Bundhituu
    6-Kinnoo
    7-Baallaa
    Uraagaan 6 dhale
    1-Goolloo
    2-Hallaa’oo
    3-Agantuu
    4-Daraartuu
    5-Sarboortuu
    6-Waajituu
    Maatiin 3 dhale
    1-Hirqaantuu
    2-Linsoolee
    3-Hunde
    Maddi isaa kitaaba seenaa irraa ☜✍

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started